TikTok invastarootaa Ameerikaatti akka gurguramu ta'uu baannaan akka cufamu murtee US'n irratti darbe irratti hundaa'uun gurguramuu isaa dura aappii haaraa fayyadamtoota U.S. keessa jiraniif uumuuf ...
Dhiiroti lama Itoophiyaatti lafa sirbaatti otoo waliin dhiichisanii viidiyoon isaanii TikTok irratti maxxanfamee jibba jaalattota saala wal-fakkaataa (LGBTQ) kaasnaan isaan keessaa tokko biyyaa ...